Oduu biyya keessaa Oromiyaa — Gandan, Gandaafii: Bu’aa Qabsoo Ummataa! Tsehay Guluma Sep 23, 2024 0 Seenduubee Gurmaa’insa Caasaa Gandaa Itiyoophiyaatti hundeeffamni Ganda Baadiyyaa bara 1967 humnoota siyaasaa bitaatiin kan jalqabeedha. Gandoonni Baadiyyaa amma jiran irra caalaan…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Paartii Badhadhinaa Adaamaatti hojiilee misoomaa dawwatan Debela Tadesse Sep 22, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Adaamaatti hojiilee misoomaa garagaraa dawwataniiru. Hoggantoonni kunneen daawwannicharatti akka biyyaatti…
Oduu biyya keessaa IGAD Dooktar Abiy Ahimdiin Shaampiyoonaa Tuuriizimii taasisuun filate Debela Tadesse Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)-Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD)Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin waggootaa sadan dhufaniif Shaampiyoonaa Tuuriizimii…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Bayyanaan hojiin bara jireenya isaaniitti hojjetan kan nama boonsuudha-Dooktar Abiy… Debela Tadesse Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaan hojiin bara jireenya isaaniitti hojjetan kan nama boonsu waan ta’eef dhaloonni irraa barachuu qaba jechuun Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Sirna Damaraa fi Irreecha qindeessuuf dargaggoonni kumni 16 ni bobbaafamu-Waldicha Debela Tadesse Sep 19, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC)- Sirna Damaraa fi Irreecha qindeessuuf dargaggoonni tola ooltonni kumni 16 kan bobbaafaman ta’uu Waldaan Dargaggootaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa du’aan boqochuu Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroosiin gadda itti dhaga’ame ibse Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa du’aan boqochuu Pirofeesar Bayyanaa Pheexiroosiin gadda itti dhaga’ame ibse. Manni marichaa ibsa gaddaa baaseen,…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Barnoonni Bara 2017 eegale Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hojiin baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 eegaleera. Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu hanga kutaa 12ffaa keessatti simannaa…
Oduu biyya keessaa Pirofeesar Bayyanaan mallattoo qabsoo siyaasa nagaati-Dooktar Abiy Debela Tadesse Sep 17, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2017 (FBC)- Pirofeesar Bayyanaa Pheexioroos mallattoo qabsoo siyaasa nagaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad Pirofeesar…
Oduu biyya keessaa Waraqaa eenyummaa argachuun mirga lammiilee qofa utuu hintaane mirga namoomaati-TKM Debela Tadesse Sep 16, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Waraqaa eenyummaa argachuun mirga lammiilee qofa utuu hintaane mirga namoomaati jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ibse. Tajaajilichi Sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa misooma ishee mirkaneeffachuun ala fedhii biyya kamiiyyuu miidhuu hin qabdu –… Sifen Megersa Sep 15, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa misooma ishee mirkaneeffachuun ala fedhii biyya kamiiyyuu miidhuu kan hin qabne ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…