Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 14, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Mawulidaa boru kabajamu ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ergaa isaaniin ayyaanni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy leenjii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa eegalchiisan Debela Tadesse Sep 14, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Dooktar Abiy Ahimad dhimmootta biyyaalessarratti leenjii ijaarsa dandeettii hoggatoota…
Oduu biyya keessaa Inisheetivii Baala Shaayii: Gulantaa Ittaanu Debela Tadesse Sep 13, 2024 0 Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota sektara qonnaatiin milkeessuuf socho’aa jiru keessaa tokko omisha al-ergii dabaluu, gos-daneessuufi qulqullinaan guddisuu yoota'u, galma kana milkeessuu…
Oduu biyya keessaa Barri 2017 kan nu jijjiiru osoo hin taane,bara jijjiirru haa ta’u – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Barri carraadha. Baratti fayyadamuun…
Oduu biyya keessaa Ulee diinni Oromoon Oromoo cabsuuf qopheesse cabsinee bara haaraatti nagaa keenya waaressuuf… Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Ulee diinni Oromoon Oromoo cabsuuf qopheesse waliin cabsinee bara haaraatti nagaa keenya waaressuuf hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kumni 36 fi 409 qormaata darbaniiru-MB Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Barattoota qormaata Biyyaleesaaa Kutaa 12ffaa fudhataan keessaa barattoonni kuma 36 fi 409 (%5.4) darbuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Maaddii qooduun mallattoo jaalala biyyaa, yaadannoo michummaa miidhaginadha-Dooktar Abiy Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Maaddii qooduun mallattoo jaalala biyyaa, yaadannoo michummaa miidhaginadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy, maaddii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Hojjettootaa fi Daa’immaan waajjirichi guddisaa jiruf Maaddii Qoodan Tsehay Guluma Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee fi Daa’immaan waajjirichi guddisaa jiruuf maaddii qoodaniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Sabdaneessummaan keenya bifa keenya, tokkummaan keenyammoo waa’ee jiraachuu keenyaati-Dooktar… Debela Tadesse Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Sabdaneessummaan keenya bifa keenya, tokkummaan keenyammoo waa'ee jiraachuu keenyaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa “Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf” Debela Tadesse Sep 8, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan biyya gootonni dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa ishee eegsisanii asiin gahaniidha jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…