Itiyoophiyaan nageenya Baha Afrikaa mirkaneessuuf qophiidha-F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan nageenya Baha Afrikaa mirkaneessuuf qophii ta'uu Itaamaajoorshuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan…