Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Shawaa Bahaatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaalee Ada'aa, Lumee fi Boosatitti hojiilee misoomaa…