Oduu biyya keessaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Faqaaduu Tasamnaan Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Pir. Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ayyanaa Iid Al Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyanaa Iid Al Adahaa waggaa1445ffaa sababeeffachuunn ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Iid Al…
Oduu biyya keessaa Raawwiin misooma Boqoolloo %95 irra gaheera-Pir. Shimallis Debela Tadesse Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Raawwiin misoomaa Boqoolloo akka naannootti %95 irraa qaqqabuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 35ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarseera. 1.Wixnee…
Oduu biyya keessaa Nageenyummaan dameen Aviyeeshinii Itiyoophiyaa kan eegame ta’uun mirkanaa’e Debela Tadesse Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC)- Nageenyummaan Siviil Aviyeeshinii Itiyoophiyaa sodaa kamuu kan hinqabne ta’uu Dhaabbanni Siviil Aviyeeshinii Idil Addunyaa mirkaneesse. Dhaabbatichi…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoonni SaafaariiTajaajila Turiizimiif oolan Waajjira Ministira Muummeef kennaman Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Oomishtoonni dandeettii qaban adeemsa oomishaa Konkolaattota Saafaarii akka babal’isan kallattii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ergaa Pireezidaantii Jibuutirraa ergame Ministira Dhimma Alaa biyyattiirraa… Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Jibuutii ergaa Pireezidaantii biyyattii Isimaa’eel Umar Giileerraa ergame Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa bu’uuraalee misooma elektirikii Pirojektii Caakkaa hanga Hagayyaatti xumuruuf hojjetamaa… Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Ijaarsa bu’uuraalee misoomaa elektirikii Pirojektii Caakkaa hanga Hagayya 2016'tti xumuruuf hojjetamaa jiraachuu Humni Elektirikii Itiyoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Qabeenya uumamaa misoomsuun gargaaramummaa hambisuuf hojjetamaa jira-MMI Tamasgeen Xurunaa Debela Tadesse Jun 12, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Qabeenya uumamaa Itiyoophiyaan qabdu misoomsuun gargaaramummaa hambisuuf bal’inaan hojjetamaa jiraachuu Ministirri Muummee Ittaanaa Tamasgeen Xurunaan…