Oduu biyya keessaa Galmoonni qabaman milkaa’aa jiru-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Galmoonni wabii nyaata mirkaneessuu, sharafa alaa argamsiisuu, oomisha alaa galu bakka buusuu fi carraa hojii uumuurratti qabame milkaa'aa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaantii Shimallis Abdiisaan durfamu Siidaa Bariisoo Dukkallee eebbisiise Sifen Megersa Aug 5, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Bulee Horaatti Siidaa goota Bariisoo Dukkallee eebbisiisera.…
Oduu biyya keessaa Haleellaa Shororkeessummaa Somaaliyaatti raawwatame hordofee Dooktar Abiy ergaa gaddaa dabarsan Sifen Megersa Aug 3, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) - Haleellaa Shororkeessummaa Somaaliyaatti raawwateen lubbuu namaa darbeef gaddi guddaan Itti dhagahamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Godinni waggaa dura hongeen beekamaa turte har’a oomisha Qamadiin dilbooftee arguun abdii… Sifen Megersa Aug 3, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Godinni Booranaa waggaa dura hongeen beekamaa turte har’a oomisha Qamadiin dilbooftee arguun abdii guddaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Turki waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 3, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Turki Haakaan Fiidaan waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru. Dhimmoota hariiroo waloo…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Boorana Bahaatti Piroojektii Finnaa Burqituu… Tsehay Guluma Aug 2, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Hoggantoota Olaanoo Mootummaan durfamu Godina Boorana Bahaatti piroojektii…
Oduu biyya keessaa Fooyyeessi Diinagdee Gooroorratti taasiifame Birmadummaa Baankootaa kan itti fufsiiseedha –… Sifen Megersa Aug 2, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Fooyyeessi Diinagdee Gooroorratti taasiifame Birmadummaa Baankootaa kan itti fufsiise ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa lammiilee sigigaa lafaan miidhamaniif Deeggarsa namoomaa Birrii miiliyoona 50tti… Debela Tadesse Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC)- Naannoon Oromiyaa lammiilee Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa namoomaa Birri…
Oduu biyya keessaa Jijjiiramni diinagdee Gooroo gadi fageenyaan ilaalamuu qaba malee irra keessa ilaalamuu hin qabu –… Sifen Megersa Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Jijjiiramni diinagdee Gooroo gadi fageenyaan ilaalamuu qaba malee irra keessa ilaalamuun irra hin jiraatu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen amantaa nageenya mirkaneessuuf gumaacha isaanii cimsuu qabu – Pir. Saahilawarq… Sifen Megersa Aug 1, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Dhaabbileen amantaa nageenya mirkaneessuuf gumaacha isaanii cimsuu akka qaban Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waamicha dhiyeessan. Yaa’iin…