Xaa’oo Qonna Arfaasaaf barbaachisu guutummaatti dhiyaachuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Xaa’oon biyyee Qonna Arfaasaaf barbaachisuu meetirik toonii kuma 469 ol dhiyeessuuf karoorfame guutummaatti dhiyaachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…