Hojiin hoggantoota haaraa horachuu cimee itti fufa- F/M Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Hoggansa haaraa Saayinsii waraanaan ga’oome horachuun cimee kan itti fufu ta’uu Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarhsaal Birhaanuu Juulaan…