Du’aan boqochuu obbo Amaan Fissahaatsiyooniin gaddi itti dhagahamuu Dooktar Abiy Ahimad ibsan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC) – Du’aan boqochuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaafi Hundeessaa ‘EBS’ obbo Amaan Fissahaatsiyooniin gaddi itti dhagahamuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…