MM Abiy Ahimad Pirojektii Bakka Dhaabbii Konkolaataa Paarkii Tokkummaa eebbisan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad pirojektii bakka dhaabbii konkolaataa Paarkii Tokkummaa eebbisaniiru.
Sirna eebbichaarrattii Giiftii Duree Zinnaasha…