Qonnarratti yoo hin hojjenne Indaastiriin galma gahuu hin danda’u – Pireezidaanti…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Qonnarratti yoo hin hojjenne Indaastiriin galma gahuu hin danda'u jedhan, Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…