Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 10ffaa gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga'ii Idilee 10ffaa gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari'achuun murtoowwan garaagaraa dabarseera.
Manni Marichaa…