Guddina biyyaa saffisisuuf gaheen dhaabbilee Hawaasa Sivilii cimuu qaba – Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Guraandhala 26, 2018 (FMC) – Ijaarsa biyyaa saffisisuuf dhaabbileen Hawaasa Sivilii dammaqinaan hirmaachuu qabu jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Qindeessaan…