Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 7, 2026 0 Qaammee 2, Guyyaa Olka'iinsaa Itiyoophiyaa jecha bira darbuun milkaa'ina qabatamaadhaan dhaabbatte! Kaleessa "Itiyoophiyaan Kaateetti" yoo jennu hawwii utuu hin ta'iin dhugaa har'a…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Gargaaraa Barreessaa Dhimma Afrikaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Gargaaraa Barreessaa Dhimma Afrikaa Ameerikaa Firaanki Gaarshiiyaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ida’amuu mootummaa hawaasaaf hojjetu qofa osoo hin taane, mootummaa hawaasa waliin… Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) – Mootummaan Ida’amuu mootummaa hawaasaaf hojjetu qofa osoo hin taane, mootummaa hawaasa waliin hojjetudha jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Sep 4, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2018 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Bulchiinsi Joorjiyaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Diinagdee Saffiisaa, cimaa fi hunda hammataa ta’e ijaaruu itti fufti – Dooktar… Tsehay Guluma Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan Diinagdee Saffiisaa, cimaa fi hunda hammataa ta’e ijaaruu itti fufti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Mootiin Noorweey Haaraald 5ffaan du’aan boqochuu ilaalchisuun Ministirri Muummee Dooktar Abiy… Yonatan Birhanu Aug 30, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2018 (FMC) — Mootiin Noorweey Haaraald 5ffaan du'aan boqochuu ilaalchisuun Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsan iru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii xiyyaara fe’umsaa gara Chaayinaa Cheenduutti eegale Tsehay Guluma Aug 28, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2018 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii xiyyaara fe’umsa meeshaalee haaraa gara Chaayinaa Cheenduutti eegaleera. Tajaajilli balallii fe’umsaa haaraan…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa jiraattota magaalichaaf qajeelummaa fi amanamummaan hojjechaa jirra – Kantiibaa… Yonatan Birhanu Aug 26, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2018 (FMC) - Fayyadamummaa jiraattota magaalichaaf qajeelummaa fi amanamummaan hojjechaa jirra jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa Baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Aug 24, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Mawuliidaa kuma 1 fi 501ffaa sababeeffachuun ergaa Baga geessanii dabarsaniiru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dandeettii Afrikaa dhimma ofii ofiin murteeffachuu agarsiiseedha –… Tsehay Guluma Aug 22, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2018 (FMC) -Pirezidaantiin duraanii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa, Mariin Biyyaalessaa Itiyoophiyaan milkaa’inaan gaggeessite dandeettii Afrikaan dhimma ishee ofiin…