Muudamni itti gaafatamummaafi dadhabbii guddaa qaba- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 28, 2019(FMC)- Muudamni qananii hedduu kan qabu osoo hin taane itti gaafatamummaafi dadhabbii guddaa kan qabudha jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad.…