Qindeessummaa Sagantaa Nyaata Addunyaatiin konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an Maqalee gahan
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC)-Dhaabbata Mootummaa Gamtoomaniitin kan socho’uu qindeessummaa Sagantaa Nyaata Addunyaatiin konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an Magaalaa Maqalee gahaniiru.…