Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Onkoloolessa 3, 2018 kabajama Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu Onkoloolessa 3, 2018 kabajama. Guyyichi mata duree “Alaabaan Keenya bara misiraachoo olka’iinsa Itiyoophiyaa, tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Tarsiimoo dijiitaalaa 2030 eegalchiisuuf hojjetamaa jira- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Oct 10, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Awutoomeeshinii fayyadamuun kenniinsa tajaajilaa kan cimsu tarsiimoo dijiitaalaa 2030 eegalchiisuuf hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Hadiyyaafi Silxeetti qe’eewwan moodela baadiyyaa ijaaraman dabarsinee kennineerra-… Ayana Dheressa Oct 10, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godinaalee Hadiyyaafi Silxeetti qe’eewwan moodela baadiyyaa ijaaraman dabarsinee kennineerra jedhan.…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutuu olaantuu Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaa waliin… Ayana Dheressa Oct 10, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC)- Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen bakka buutuu olaantuu Dhimma Alaa Gamtaa Awurooppaa Kaajaa Kaalaas waliin mari’ataniiru. Marii isaaniin…
Oduu biyya keessaa Ogummaa dijiitaalaa misoomsuufi bu’uuraalee misoomaa barbaachisoo ijaaruuf tarkaanfii gaarii… Ayana Dheressa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Itiyoophiyaatti ogummaa dijiitaalaa misoomsuufi bu’uuraalee misoomaa barbaachisoo ta'an ijaaruuf tarkaanfii gaarii tarkaanfanneerra jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Naayiroobii galan Ayana Dheressa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi jilli isaanii Keeniyaa magaalaa Naayiroobii galaniiru. Waajjirri Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee tumsa tarsiimawaa mallatteessan Ayana Dheressa Oct 9, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2018(FMC)- Itiyoophiyaafi Gamtaan Awurooppaa dameewwan garaagaraan tumsa isaanii cimsuuf waliigaltee mallatteessan. Waliigalticha Pirezidaantiin FDRI Taayyee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Godinaalee Halaabaa fi Kambaataatti Qa’ee moodeela Baadiyyaa hojjetaman dabarsan Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godinaalee Halaabaa fi Kambaataatti Qa’ee Moodeelaa Baadiyyaa tajaajila…
Oduu biyya keessaa Sirna kaffaltii gibiraa ammayyeessuun lakkoofsa hattootaa hir’isuun danda’ame – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 8, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Sirna kaffaltii gibiraa ammayyeessuun lakkoofsa hattootaa hir’isuun danda’ameera jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Sirni beekamtii…
Oduu biyya keessaa Tattaaffii malaanmaltummaafi hanna dhabamsiisuuf taasifnuun sirnoota keenya cimsuu itti fufna… Ayana Dheressa Oct 7, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad tattaaffii malaanmaltummaafi hanna dhabamsiisuuf taasifnuun sirnoota keenya cimsuu itti fufna jedhan. Ministirri…