Oduu biyya keessaa Wiixata dhufuu sagalee laadhaa-Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari Jun 14, 2021 0 Finfinnee, Wixabjjii 7, 2013 (FBC)-Muummee Minitiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad filannoo fi Ashaaraan Magariisaa dhugoomsuuf waamichaa dhiyeessaniiru. Ashaaraa magariisaa keessaan ka’aa,…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Naqamtee eegale Obse Wakgari Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Sirni Jalqabbii Ijaarsa Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Naqamtee guyyaa har'aa bakka Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa daandii Aspaaltii konkiiriitii Naqamtee-Soogee – Kemaashii-Qoncoof dhagaan bu’uraa… Obse Wakgari Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Jilli preezdantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Shimmallis durfamu ijaarsa daandii Aspaaltii konkiiriitii Naqamtee-Soogee - Kemaashii-Qoncoo kiiloo meetira…
Oduu biyya keessaa Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Najjootti raabsaa humna eletirikaa eebbisiise Obse Wakgari Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaatin durfamuu Godina Wallaga Lixaa magaalaa Najjootti raabsaa humna elektirikaa…
Oduu biyya keessaa Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu Chaanaalii 3ffaa OBN, ‘OBN Gaammeen’ eebbisiise Obse Wakgari Jun 12, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Jilli preezdaant naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Chaanaalii 3ffaa OBN, ‘OBN Gaammeen’ eebbisiiseera. Preezdaant Shimallis sirba…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Kaamiil xalayaa Dooktar Abiy Ahimad irraa ergamee preezdaantii Faransaayiif laatan Obse Wakgari Jun 12, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil xalayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergamee Preezdaantii Faransaay…
Oduu biyya keessaa Jijjiirama qabsoo hawaasaatin dhuferraa ummanni fayyadamoo ta’uu qaba-Preezdaant Shimalliis Obse Wakgari Jun 12, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)-Jijjiirama qabsoo hawaasaatin dhuferraa ummanni fayyadamoo akka ta’uuf mootummaan hojjechaa jiraachuu Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti projeektoonni garagaraa eebbifaman Obse Wakgari Jun 12, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti projeektoonni garagaraa eebbifamaniiru. Proojeektonni kunneen baajata mootummaatiin kan hoojjetaman 91, hirmaannaa ummataatiin, 20…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee jajjaboo fi ciccimoo yaada daangaa ce’aa qaban uumuun danda’amnaan biyya guddoo qabaanna… Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Dhaabbilee jajjaboo fi ciccimoo yaada daangaa ce’aa qaban uumuun danda’amnaan biyya guddoo qabaachuu dandeenya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI…
Oduu biyya keessaa Daandiin Cirrachaa Taltallee – Waayyuu- Erbooree eebbifame Obse Wakgari Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Daandiin Cirrachaa Taltallee - Waayyuu- Erbooree eebbifameera. Sirna eebbichaarratti jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyan obbo Shimallis…