Namoonni dhuunfan yakka ajjeechaa fi saamichaa cimaan shakkaman to’annoo jala oolaan
Finfinnee, Eebila 13, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfan yakka ajjeechaa fi saamichaa cimaa raawwachuun shakkaman 70 fi yakka saamichaa raawwachuurratti argaman 34 to'annoo…