Oduu biyya keessaa Filannoon dhufu carraa fi rakkoolee kan qabuudha – Dooktar Abiy Sifen Megersa Mar 30, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Filannoon dhufuu carraa fi rakkoolee hedduu kan qabuudha jedhaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Carraa argametti…
Oduu biyya keessaa Torbeen kun torbee biyyoonni Lixaa haala qabatamaa Ityoophiyaa beekuuf fedhii agarsiisaniidha –… Sifen Megersa Mar 30, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Torbeen kun torbee biyyoonni Lixaa haala qabatamaa Ityoophiyaa beekuuf fedhii agarsiisaniii fi sochii taasiisaniin ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad xumurarratti kan argamu Tarmininaala VIP Daandii Qilleensaa… Wabi Fufa Mar 30, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad xumurarratti kan argamu Tarminaala VIP Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa daawwataniiru. Daawwanicharratti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Walga’ii Idileesaa 8ffaa gaggeessaa jira Wabi Fufa Mar 30, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Walga'ii Idilee 8ffaa bara hojii 6ffaa, kan waggaa 6ffaa Galma Waajira Preezdaantiitti gaggeessaa…
Oduu biyya keessaa Qajeelfamni COVID-19 ittisuuf ba’ee hojiirra oolu eegale Obse Wakgari Mar 29, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC)- Qajeelfamni vaayrasii koroonaa ittisuuf ba’ee hojiirra oolu eegaleera. Ministeerrii Fayyaa fi Abbaan Alangaa Waliigalaa Federalaa Sanbata darbe ibsa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Injinariing Amuunishiin Hoomichoo daawwatan Obse Wakgari Mar 28, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Injinariing Amuunishiin Hoomichoo daawwataniiru. Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Boordichi korri sabaa ABO Bitooteessa 4, 2013 gaggeesse ulaagaalee kan hin guunne ta’uu isaa… Sifen Megersa Mar 28, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC) –Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa yaa'iin waliigalaa ABOn Bitooteessa 4, 2013 gaggeesse ulaagaalee barbaachisu kan hin guunne ta'uu isaan…
Oduu biyya keessaa Sagantaan baniinsa tarkaanfii addaa (Ineeshiteevii) misooma dammaa naannoo Oromiyaa Magaalaa… Obse Wakgari Mar 28, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Sagantaan baniinsa tarkaanfii addaa (Ineeshiteevii) misooma dammaa naannoo Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira Saganticharratti…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan godina Jimmaa aanaa Qarsaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwatan Sifen Megersa Mar 27, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan godina Jimmaa aanaa Qarsaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Balaa ibidda bosonaa iddoo garaagaraatti qaqqabe dhaamsuuf qaamni hundi hirmaannaa akka taasiisu… Sifen Megersa Mar 27, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa balaa ibidda bosonaa iddoo garaagaraatti qaqqabe dhaamsuuf qaamni hundi hirmaannaa akka taasiisu waamichi…