Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Beenishaanguul Gumuuzitti Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barumsaa Beenishaanguul Gumuuz Godina Matakkal aanaa Maanduraatti Waajjira isaaniin ijaarraman…