Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Paarkii Samaraa eebbisiisan Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Indaastirii Paarkii Samaraa eebbisiisuun banaa taasisaaniiru. Ijaarsi marsaa jalqabaa paarkichaa lafa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy preezdaant Ismaa’eel Omaar Giilleeh ergaa baga gammadanii dabarsan Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Omaar Giilleeh sirna waadaa galuusaanii ilaalchisee ergaa baga gammadanii…
Oduu biyya keessaa Filannoon marsaa 6ffaa Caamsaa 30 gaggeeffamuuf ture dheerate Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Filannoon marsaa 6ffaa Caamsaa 30 gaggeeffamuuf ture dheerachuu ibseera. Filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa Caamsaa 28,…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galaniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna waadaa galuu preezdaantii Jibuutii…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa fi maallaqaa taasifte Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ityoophiyaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa maallaqaa taasiseera. Deeggarsicha Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad lammiileen filannoof hin galmoofne yeroo hafetti akka fayyadamaan waamicha… Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad lammiileen filannoof hin galmoofne yeroo hafetti akka fayyadamaniif waamicha dhiyeessaniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq hoggantoota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hoggantoota biyyoota garaagaraa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru. Preezdaant Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godaambaa Biilaaluul Habashii daawwatan Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godaambaa Biilaaluul Habashii daawwataniiru. Godaambaan Biilaaluul Habashiin seenaa fi Hambaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Sahilawarq ergaa baga geessanii ayyaana Iid Al Faxirii dabarsan Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hawaasa Musiliimaa fi ummata Ityoophiyaa maraaf ergaa baga Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa geessanii…
Oduu biyya keessaa ‘Maatii, Fira, Ollaa, hiriyaa fi kan rakkate gammachiisuun kabajuun uumaarraa eebba… Sifen Megersa May 13, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaan 1442ffaan sirna hoo’aa ta’een Istadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira. Kabaja ayyaanichaarratti…