Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy daawwannaa Eertiraatti taasiisan xumumuran deebi’aniiru Sifen Megersa Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Eertiraatti taasiisan xumumuran har’a gara biyyaa deebi’aniiru.…
Oduu biyya keessaa Loltoota Eertiraa daangaa Ityoophiyaa baasuun raayyaa ittisa biyyaa Ityoophiyaa bakka buusuuf… Obse Wakgari Mar 26, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Loltoonni Eertiraa daangaa Ityoophiyaatii akka ba’aanii fi raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa bakkicha akka bu’u Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaant…
Oduu biyya keessaa Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Eertiraa Asmaraa gale Wabi Fufa Mar 25, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Eertiraa Asmaraa galeera. Jilichi waayita buufata xiyyaaraa Asmaraa ga’uti…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa tumsa tarsiimoo Ityoophiyaa waliin qabuuf iddoo addaa kan laatu ta’uu beeksiise Sifen Megersa Mar 25, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa tumsa tarsiimoo Ityoophiyaa waliin qabuuf iddoo addaa kan laatu ta’uu beeksiiseera. Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti ergamaa addaa Ameerikaa waliin dhimmoota hidha… Sifen Megersa Mar 24, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti jila ergamaa addaa Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Afrikaa fi Raashiyaan tumsa aadaa qaban deebisanii ijaaruun michummaa isaanii cimsuu qabu –… Sifen Megersa Mar 24, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2013 (FBC) – Afrikaa fi Raashiyaan tumsa aadaa qaban deebisanii ijaaruun michummaa isaanii cimsuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa Guddichaa ilaalchisee gaaffiin mariisisaa qaama 4ffaan akka seenuu gaafatame hiikkaa… Obse Wakgari Mar 23, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 ( FBC) – Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa ilaalchisee mariin sadeenii osoo hin goolabamiin gaaffiin marisiisaa qaamni 4ffaa akka seenuuf gaatamee hiikkaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan dhiibbaa muudate dandamachuun biyya guddina bu’aa qabeessa galmeessiteedha – Dooktar… Obse Wakgari Mar 23, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffii miseensoota mana maree bakka bu’oota uummataaraa ka’eef deebii laataniiru. Weerarri Covid – 19,…
Oduu biyya keessaa Dr Abiy Ahimad boruu haala waqtaawaa biyyaarratti Mana Maree Bakka Bu’oota Uummaataaf ibsa ni laatu Obse Wakgari Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummaata boruu walg’ii idilee 11 bara hojii 6ffaa ni gaggeessa. Walga’ichis galmaa waajjira Muummee…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Joon Maaguufuuliin malaamaltummaa ittisuurratti tattaaffii cimaa taasiisaniiru –… Sifen Megersa Mar 22, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Preezdaantiin duraanii Taanzaaniyaa Joon Maaguufuuliin malaamaltummaa ittisuu fi aadaa hojii babal’isuuf tattaaffii cimaa taasiisuu isaanii…