Oduu biyya keessaa Qabxiin seensa Yuunvarsiitii ifoome Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Qabxiin seensa Yuunvarsiitii ifoomeera. Haaluma kanaan Saayinsii Uumaamaan dhiiraaf 380, dubartoota 368 yoo ta'u, Saayinsii Hawaasaan dhiiraaf…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoo haala qabatamaa Ityoophiyaa keessa jiruun walfaallessuu fi madaallawwa hin taaneetu… Sifen Megersa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Odeeffannoon haala qabatamaa Ityoophiyaa keessa jiruun walfaallessuu fi madaallawwa hin taane hawaasa idil addunyaa qaqqabaa jiraachuu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan gorsaa Tika nageenyaa Preezdaant Joo Baayidan waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI Obbo Dammaqaa Makonniin gorsaa Tika nageenyaa biyyaalessaa Preezdaant…
Oduu biyya keessaa Sudaanii fi Gibts itti gaafatamummaa Gamtaa Afrikaaf laatame xiqqeessuuf yaaliin taasisaan fudhatama… Wabi Fufa Apr 7, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Ministirri Bishaanii, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa, Sudaanii fi Gibts itti gaafatamummaa Gamtaa Afrikaaf laatame…
Oduu biyya keessaa Ejjennoon Sudaanii fi Gibtsi hidha haaromsaarratti qabatan mirga Ityoophiyaan qabeenya uumamaa… Sifen Megersa Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi mariisiisummaa dura taa'aa Gamtaa Afrikaan dhimma Hidha Haaromsaarratti Bitootessa 25 - 28, 2013 marii taasiisaa turuu…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq marii jijjiirrama qabeenya qilleensaa fi weerara vaayrasii koroonaa… Sifen Megersa Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen marii jijjiirrama qabeenya qilleensaa fi weerara vaayrasii koroonaa ilaalchisee intarneetiin gaggeeffamerratti…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Amaaraa dhimmoota waloorratti mari’ataa jiru Sifen Megersa Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon naannoo Oromiyaa fi Amaaraa dhimmoota nageenyaa fi misoomaa waloorratti mari’ataa jiraachuu ibsame. Hoggantoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Manni Murtichaa gaaffii Abbaan Alangaa obbo Jawaar Mahaammadfaarratti dhaddacha cufaan ragaa… Sifen Megersa Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Manni Murtii Olaanaa Federaalaa ramaddii Lidataa gaaffiin Abbaan Alangaa obbo Jawaar Mahaammadfaarratti dhadhacha cufaa fi golga duubaan ragaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii hojii kenna tajaajila lammummaa fi gahee dhaabbilee amantaarratti xiyyeeffate… Obse Wakgari Apr 6, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC)- Waltajjii marii hojii kenna tajaajila lammummaa fi gahee dhaabbilee amantaarratti xiyeeffate magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Waltajjiirratti…
Oduu biyya keessaa Mariin hirmaannaa dubartoonni Indaastirii damee Ijaarsaa keessatti qabanirratti xiyyeeffate… Sifen Megersa Apr 5, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Mariin biyyaalessaa hirmaannaa dubartoonni Indaastirii damee Ijaarsaa keessatti qabanirratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.…