Ministiroonni fi hoggantoonni mootummaa olaanoon Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Ministiroonni fi hoggantoonni mootummaa olaanoon Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaaf darbuu isaa gammachuu itti dhaga'ame…