Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hoggantoota hojii sadiif muudama laatan Sifen Megersa Apr 5, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota hojii sadiif muudama laataniiru. Haaluma kanaan:- 1. Mahaammad Indiriis…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraay ilaalchisee ibsi miseensoonni biyyoota garee 7 baasan dhugaarraa kan fagaateedha… Sifen Megersa Apr 4, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2013 (FBC) - Naannoo Tigraay ilaalchisee ibsi miseensoonni biyyoota garee 7 baasan tarkaanfii mootummaan fudhataa jiru giddugaleessa kan hin godhanne ta'uu…
Oduu biyya keessaa Teeknooloojii duumeessa roobsuun qonna deeggaraa anniisaa ifaa dabalataa argachuuf ni gargaara-… Obse Wakgari Apr 3, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC) – Teeknoolojiidhaan duumeessa gara roobaatti jijjiiruun qonna kan deeggaruu fi anniisaa ifaa dabalataa argachuuf akka gargaaru Muummeen Ministiraa FDRI…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen waggaa 10ffaa Hidha Haromsaa Guddichaa sababeeffachuu erga baga… Obse Wakgari Apr 2, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waggaa 10ffaa Hidha Haromsaa Guddichaa sababeeffachuu erga baga geessanii dabarsaniiru. Ijaarsa Hidha…
Oduu biyya keessaa Waggaa sadaffaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahmad itti muudaman Finfinnee hoteela Sharaatanitti… Obse Wakgari Apr 2, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2013 (FBC) – Waggaa sadaffaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahmad itti muudaman Finfinnee hoteela Sharaatanitti mariin kabajameera. Bitootteessa 24 bara…
Oduu biyya keessaa Misooma biyya tokkoof qoodni Waldaalee Siiviilii olaanaadha – Preezdaant Saahilawarq Sifen Megersa Apr 1, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Misooma biyya tokkoof qoodni Waldaalee Siiviilii olaanaa ta’uu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsaniiru. Preezdaant Saahilawarq…
Oduu biyya keessaa Mariin Sadee Hidha Haaromsaa xummura torbee kanaa ni eegalama – Dooktar Injiinar Silashii… Sifen Megersa Apr 1, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Mariin Sadee Hidha Haaromsaa gaggeessuumma dura taa’aa Gamtaa Afrikaan Sanbataa fi Dilbata dhufu ni eegalama jedhan Dooktar Injiinar Silashii…
Oduu biyya keessaa Haleellaa qaqqabeef tarkaanfiin deebii qindoomina naannolee fi mootummaa federaalaan fudhatamaa… Sifen Megersa Apr 1, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Haleellaa iddoo hundatti qaqqabeef tarkaanfiin deebii qindoomina naannolee fi mootummaa federaalaan fudhatamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI…
Oduu biyya keessaa Abdii kan kute ABO Shaneen uummatarratti haleellaa raawwate-Komiishinicha Obse Wakgari Mar 31, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC)-Godina Wallagga Lixaa Aanaa Baabboo Gambeel ganda Booneetti kaleessaa ABO Shaneen uummata nagaarratti haleellaa raawwachuu Koomishiniin Poolisii Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Itoophiyaan Dhiiga ijoollee isheetiin Ijaaramte, gocha shororkeessummaan hin diigamtu –… Sifen Megersa Mar 31, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera. Guyyaa Kaleessaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Baabboo…