Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Ingiliiz Ityoophiyaatti daawwannaa gaggeessaa jiru Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ingiliiz Doomiiniik Raab Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisaa jiru. Ministirichi har’aa…
Oduu biyya keessaa Gaambeellaatti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Waajjira Giiftii dureen ijaarrame eebbifame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Gaambeellaa magaalaa Gaambeellaatti Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame har’a waaree booda eebbifameera.…
Oduu biyya keessaa Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifaa Koomiishigaa Waajjira Giiftii dureen ijaarrame eebbifame Sifen Megersa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumuuz godina Asoosaa aanaa Asoosaa ganda Koomiishigaatti Waajjira Giiftii Dureen kan ijaarrame manni barumsaa sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul… Wabi Fufa Jan 22, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) - Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti ijaarame eebbisiisuuf Asoosaa galan.…
Oduu biyya keessaa Hojii nageenya kabachiisuu cinaatti hojiileen misoomaa haaluma karooraan raawwachuun… Sifen Megersa Jan 21, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hojii nageenya kabachiisuu cinaatti hojiileen misoomaa bu'aa qabeessa ta'an yeroo kaa'ameef keessatti raawwatamuu preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Ambaasaaddar yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessan Sifen Megersa Jan 21, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Ameerikaa yeroo hojii isaanii xumuran Maayik Raayinar gaggeessan.…
Oduu biyya keessaa Meejar jeneraal Mahaammad Ishaa fi Birgaadeer jeneraal Mulgeetaa Barihee harka laatan Sifen Megersa Jan 21, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Hidhattoota humna juuntaa dursuun waraansisaa kan turan Meejar jeneraal Mahaammad Ishaa fi Birgaadeer jeneraal Mulgeetaa Barihee harka laataniiru.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa raawwii baatii 6 gamaggaamaa jira Sifen Megersa Jan 21, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) -Mootummaan naannoo Oromiyaa raawwii baatii 6 gamaggaamaa jira. Guyyaa har'aa bakka hoggansi olaanaa naannoo, godinaalee fi aanaalee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 8ffaa bara hojii 6ffaa har’a ni gaggeessa Sifen Megersa Jan 21, 2021 0 Finfinnee ,Amajjii 13, 2013 (FBC ) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 8ffaa bara hojii 6ffaa mana maree 5ffaa har’a ni gaggeessa jedhame. Waltajjii kanaan dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Kaamaalaa Hariisiif ergaa gammachuu dabarsan Sifen Megersa Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen seenaa Ameerikaatti dubartii hidda dhiigaa Afrikaa - Eeshyaa itti aantuu preezdaantii Ameerikaa taate Kaamaalaa…