Duudhaaleen sirna Gadaa tokkummaa fi obboleeyyummaa biyyaaf faayidaa guddaa qaba – Ministeera…
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Duudhaaleen sirna Gadaa tokkummaa fi obboleeyyummaa biyyaaf faayidaan qabu olaanaa waan ta'eef kunuunsuu fi eeguun dhaloota dhufuuf dabarsuu akka…