Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Deeviid Ku’arii waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Muummee Ministiraa Biriitaaniyaatti Ministira…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makkoonniin gita isaanii Beeljiyeem Soofii Wiilims waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaan Makkoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Beeljiyeem…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan itti aanaa Preezdaantii gamtaa Awurooppaa Miisteer Jooseep Booreel waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaan Makkoonniin itti aanaa Preezdaantii gamtaa Awurooppaa…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni qajeeltoo dhimmoota biyyoota biroo keessa galuu dhabuu kabajuu qabu- Dooktar Abiy Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Biyyoonni qajeeltoo dhimmoota biyyoota biroo keessa galuu dhabuu kabajuu akka qaban Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaadachiisan.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan ajjeechaa jumlaa gareen Juuntaa ABUT Maaykaadiraatti balaaleffate Wabi Fufa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Mootummaan FDRI ajjeechaa jumlaa lammiilee irratti gareen Juuntaa ABUT Maaykaadiraatti balaaleffate. Gabaasa Komishiniin Mirga Namoomaa…
Oduu biyya keessaa Ibsa haala yeroorratti preezdaant Shimallis Abdiisaa laataan Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Gareen Juntaa TPLF saboota, sab-lammootaafi ummattoota biyya Itoophiyaarratti miidhaa hamaa geessisaa kan ture ta’uun ni beekama. Humni nama nyaataafi qaanii hin beekne kun gochoota…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira dhimma alaa Xaaliyaan Luujii Di Maayoo waliin mari’atan Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaan Luujii Di Maayoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Andaargaachaw duula naannoo Tigraayitti gaggeeffama jirun preezdaantii Somaaliyaaf ibsa… Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Gorsaan nageenya biyyoolessaa muummee ministiraa obbo Gadduu Aandaargaachaw duula olaantummaa seeraa kabachiisu naannoo Tigraayitti gaggeeffama jirun…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarqii fi preezdaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing hariiroo biyyoota lamaanii… Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Ityoophiyaa Saahilawarq Zawdee hundeeffama hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaa fi Chaayinaa waggaa 50 sababeeffachuun preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Waamicha nageenyaa irra deddeebii Dooktar Abiyii fi deebii ABUT Obse Wakgari Nov 24, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Mirkaneessaan Odeeffannoo Labsii Yeroo hatattamaa, diddaa Garee TPLF mul'isaa ture hiikuudhaaf carraaqqii mootummaan Fedaraalaa taasisaa ture duraa duuba…