Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee muudamoota garagaraa ragga’e Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 10, 2013 (FBC) - Manni Maree Finfinnee muudamoota garagaraa ragga’e. Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaa’ii 8ffaa bara hojii 1ffaa Itti…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI ajaja dabalataa lama hundeesse Wabi Fufa Oct 20, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2013 (FBC) - Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI ajaja dabalataa lama hundeesse. Raayyaan Ittisaa Biyyaa FDRI ajaja dabalataa lama hundeessuu beeksise. Ajajoonni…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Ministir deettaa Ministeera Alaa Kooriyaa Kibbaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gaduu Andaargaachaw Ministir deettaa Ministeera Alaa Kooriyaa Kibbaa Haam Saang Wuuk waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiwwanii fi Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Olaanoo waliin haala qophii barnootaa… Sifen Megersa Oct 19, 2020 0 MM FDRI Dooktar Abiy hooggantootaa Yuunvarsiitiwwanii fi Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee olaanoo waliin mari’atan Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Muummeen…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti manneen barnootaa Bultii Addaa fi sadarkaa 2ffaa Birrii biiliyoona 4.9… Sifen Megersa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa manneen barnootaa Bultii Addaa fi sadarkaa 2ffaa proojektii Ifaa boruu jedhamuun ijaarsiisuuf kontiraaktarootaa fi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan bara baajata qabamet 6% ol guddina galmeessisuun ibsame Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan bara baajata qabamet 6% ol guddina galmeessisuun ibsame. Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaaffiiwwan garagaraa miseensoota…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa gamaaggama raawwii waggaa kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa gamaaggama raawwii waggaa kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira. Gamaggamni kun ciminaa fi hanqina muldhate qoratee kallattii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii 5ffaa bara hojii 6ffaa walga’ii addaa 1ffaa… Wabi Fufa Oct 19, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii 5ffaa bara hojii 6ffaa walga’ii addaa 1ffaa gaggeesse. Manni marichaa galma walga’ii Waajjira…
Oduu biyya keessaa Walga’iin 5ffaan bara hojii 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa boruu ni gaggeeffama Obse Wakgari Oct 18, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii 5ffaa bara hojii 6ffaa walga’ii addaa 1ffaa boruu ni gaggeessa. Manni marichaa galma walga’ii…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Faransaay Ityoophiyaa keessaatti hojii misoomarratti hirmaachuu barbaadu- Ambaasaaddar… Obse Wakgari Oct 18, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2013 (FBC) – Dhaabbileen Faransaay hedduun isaanii Ityoophiyaa keessaatti damee invastimanti garaagaraa irratti bobba’uu akka barbaadaan Ityoophiyaatti…