Oduu biyya keessaa Manni marichaa murtoo garagaraa dabarsuun walga’ii isa xumure Wabi Fufa Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 1ffaa bara hojii 6ffaa murtoo garagaraa dabarsuun xumureera. Manni Maree Bakka…
Balballoommii fi yaada Ministeerri Barnootaa Hoggantoota Olaanoo Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin ta’uun qophii manneen… Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Ministeerri Barnootaa Hoggantoota Olaanoo Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin ta’uun qophii manneen barnoota daawwatan Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Weerarri awwaannisaa oomisharratti miidhaa hamaa akka hin qaqqabsiisne ummannis tumsuu qaba jedhame Obse Wakgari Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Weerarri awwaannisaa yaaddessaa ta'aa dhufuu isaatin oomisharratti miidhaa hamaa akka hin qaqqabsiisne ummanni qaama duula ittisaa akka ta'u waamichi…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Gorgoraa daawwatan Obse Wakgari Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Gorgoraa daawwatan. Magaalaan Gorgoraa buufata doonii qarqara Haroo Xaanaatti argamtudha.…
Biiznasii Maashinoonni qonnaa ammayyaa’oo 390 qonnaan bultootaf dabarfaman Obse Wakgari Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Maashinoonni qonnaa ammayyaa'oo 390 qonnaan bultootaf dabarfaman. Guyyaa har’aa magaalaa Shaashamanneetti traaktaroonni 310, maashinoonni…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Baahir Daar ebbisan Obse Wakgari Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Indaastirii Baahir Daar ebbisan. Muummee ministiraa ebbicharratti ergaa dabarsaniin…
Oduu biyya keessaa Mootummaan federaalaa mootummaa naannoo Tigraay waliin qunnamtii kamuu kan hin taasisne ta’uu… Obse Wakgari Oct 7, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC)- Mootummaan federaalaa mootummaa naannoo Tigraay waliin qunnamtii kamuu kan hin taasisne ta'uu Manni Maree Federeeshinii beeksise. Manni…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach maatii artiist Hacaaluuf manneen waliinii 40/60 ijarramaa jiran keessa kaartaa… Obse Wakgari Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)-Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee maatii artiist Hacaaluu Hundeessaaf manneen waliinii 40/60 ijarramaa jiran keessaa kaartaa…
Oduu biyya keessaa Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kallattii intarneetiin laachuuf qophiin xumuramuu Ministeerri… Obse Wakgari Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kallattii intarneetiin laachuuf qophiin xumuramuu Ministeerri Barnootaa FDRI beeksise. Qormaata kutaa 12ffaa bara…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaar Abduullaaziiz Ahimad ambaasaaddar Saamii Saalhi waliin mari’atan Obse Wakgari Oct 6, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Saa’uud Arabiyyatti Ambaasaaddaarri Ityoophiyaa Abduullaaziiz Ahimad ministeera dhimma alaa Saa’uud Arabiyya daayreektara waaligala dhimmoota Afrikaa…