Buufanni raabsaa humna elektiriikaa Giincii tajaajilaaf qophii ta’e
Finfinnee Fulbaana 13, 2013(FBC)-Dhaabbata Hindi ‘Larson and Turbo’ jedhamuun kan ijaarramee buufanni raabsaa humna eleektiriikaa Giincii kiiloo vooltii 230/15 qabu tajaajilaaf qophii ta’uu…