Oduu biyya keessaa Namoonni 7 vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) –Qorannaa sa'aa 24 gaggeeffameen namoonni 245 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Oduu biyya keessaa Fayyadamtummaa bishaaniirratti yaada Sudaan dhiyeessiterratti mari’atan Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts fayyadamtummaa bishaaniirratti yaada Sudaan dhiyeessiterratti mari'atan. Sudaan fayyadamtummaa bishaan laga…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan guddina ummatashee mirkaneessuuf mirga walabummaa qabdi – Sudaan Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan guddina ummatashee mirkaneessuuf mirga walabummaa akka qabdu Sudaan ni amanti jedhan ministirri Ministeera Dhimma Alaa Sudaan Asmaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan biqiltuun biiliyoonan akka dhaabamu fakkeenya ta’aa jirti – Fooramii… Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan biqiltuun biiliyoonan lakkaa'amu akka dhaabamu biyyootaf adda duree ta'aa jirti jedhe Fooramiin Diinagdee Addunyaa. …
Oduu biyya keessaa Karoora misoomaa waggaa 10 irratti mari’atame Obse Wakgari Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Karoora misoomaa waggaa 10 irratti Waajjira Muummee Ministiraatti mari'atame. Marichi mata duree " Ityoophiyaa; fakkeenya badhaadhina"…
Oduu biyya keessaa Miidhaan koorniyaa dubartii tokkorra ga’u dubartoota hundarra akka ga’eetti ilaallamuu qaba – Pr.… Sifen Megersa Jun 12, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) - Miidhaan koorniyaa dubartii tokkorra ga’u dubartoota hundarra akka ga’eetti ilaallamuu qaba jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee. …
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy hoggansa paartilee siyaasaa naannoo Kibbaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa paartilee siyaasaa naannoo Kibbaa keessa socho'an waliin mari'atan. Caaseffama naannoo Kibbaarratti…
Oduu biyya keessaa Qorannaa sa’aa 24tin namoonni 164 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Qorannaa sa'aa 24 gaggeeffameen namoonni 164 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Oduu biyya keessaa Wixineen baajata 2013 Birrii biiliyoona dhibba 4 fi biiliyoona 76 mariidhaf dhiyaate Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI walga'ii idileesaa 16ffaa gaggeesse. Manni marichaa galma walga'ii Waajjira Muummee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan marii Hidha Haaromsaa gaggeeffamaa jiru ilaalchisuun ejjennooshee ifoomsite Obse Wakgari Jun 11, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan marii Hidha Haaromsaa gaggeeffamaa jiru ilaalchisuun ejjennooshee ifoomsite. Mariin guutinsaa fi gadi lakkisa bishaaniirratti…