Oduu biyya keessaa Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte Obse Wakgari May 18, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte. Deeggarsichi sagantaa qulqullinaa 'Waan Washiif' kan ooludha. …
Biiznasii Daandichi Booyiingirraa amma dhuma Waxabajjiitti beenyaa kan eegu ta’uu beeksise Obse Wakgari May 18, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa, Booyiingirraa amma dhuma Waxabajjiitti kaffaltii beenyaa kan eegu ta'uu beeksise. Hoji raawwachiisaan…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat hoggansa dhaabbilee waamamoo waliin mari’atan Obse Wakgari May 18, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil hoggansa dhaabbilee waamamoo waliin mari'atan. Turmaata isaanitiin raawwii hojii fi dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamoota ba’aan yoo hojirra hin oolchine gatii nu kaffalchisa… Obse Wakgari May 17, 2020 0 Fifninnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad vaayrasii koroonaa ittisuuf qajeelfamoota ba’aan yoo hojirra hin oolchine gatii nu kaffalchisa jedhan.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota 11 irratti argame Obse Wakgari May 17, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) - Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 11 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24 darbe keessa…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Bishooftuutti buufata biqiltuun itti qophaa’a jiru daawwatan Obse Wakgari May 17, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bishooftuutti buufata biqiltuun itti qophaa’a jiru daawwataniiru. Doktaar Abiy Fuula Feesbuukii isaanirratti…
Oduu biyya keessaa MM Dr.Abiy Miseensonni Dinagdee Maakroo Biyyaalessaa guyyaa har’aa walgahii akka taa’an… Wabi Fufa May 16, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2012(FBC)- Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Miseensonni Dinagdee Maakroo Biyyaalessaa guyyaa har'aa walgahii akka taa'an ibsaniiru. Dooktar Abiy walgahii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Vaayrasiin Koroonaa Dabalataan Namoota 19 irratti Argame Wabi Fufa May 16, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbe keessa gaggeeffameen, namoota 19 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Sa’aa 24 darbe keessa…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Jilli olaanaan Sudaan irraa Ityoophiyaatti ergan hidhata cimaa yeroo dheeraaf biyyoota… Wabi Fufa May 16, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Jilli olaanaa Muummee Ministiraa Abdallaa Hamdook Sudaan irraa Ityoophiyaatti ergan hidhata cimaa yeroo dheeraaf…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy jila Ministira Dhimmoota Kaabinee Sudaan Ambaasaadar Umar Baahir Maaneesin durfamu… Wabi Fufa May 16, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) –Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad jila Ministira Dhimmoota Kaabinee Sudaan Ambaasaadar Umar Baahir Maaneesin durfamu simataniiru. Hidha…