Ityoophiyaatti namoota dabalataa 5 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti namoota dabalataa 5 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii samuudaa 1047 gaggeeffameen…