MM Dr Abiy yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan balaaleffatan
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad yaalii ajjeechaa muummee ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook irratti aggaammame balaaleffatan.…