“Dhimma barattoota ugguramanirratti gareen qorannaa sadi hundaa’ee hojjechaa…
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – "Mootummaan dhimma barattoota ugguramaniirratti itti gaafatamtummaan hojjechaa jira." jedhan itti gaafatamaan prees sakreetarii Waajjira Muummee…