Oduu biyya keessaa Jilli garee obbo Gadduun durfamu gara Ameerikaa imale Wabi Fufa Jan 27, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) –Jilli garee Ministira dhimmaa alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw durfamu gara Ameerikaa imale. Jilichi bu’uuruma waliigaltee kanaan dura haala…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Asmaraa galan Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad magaalaa guddittii Eeritraa Asmaraa daawwannaaf galan. Preezdaantiin Eeritraa Isaayyaas Afawarqii simannaa…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Eeritraa daawwachuufi Sifen Megersa Jan 26, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad Eeritraa daawwachuuf akka ta’e beeksisan. Daawwannaa isaaniin Preezdaantii Eeritraa Isaayyaas Afawarqii fi…
Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggansa olaanaa Paartii Badhaadhinaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jan 25, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Leenjiin hoggansa olaanaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Itti aanaan itti gaafatamaa Wajjira Paartii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan vaayrasii noovil koornoo ittisuu fi to’achuuf hojjechaa jirti- inistiitiyuuticha Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Vaayrasiin noovil koornoo Ityoophiyaatti miidhaa akka hin qaqqabbsiisne hojiin ittisaa fi to'annoo hojjetamaa jiraachuu Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudama dhiyaatef raggaasise. Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Ismaa’eel Oomar Giilleen waliigaltee Hararii fi Artaa dinqisiifatan Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Jibuutii Ismaa'eel Oomar Giilleen waliigaltee magaalaan Hararii fi Artaan taasisan dinqisiifatan. Preezdaant Ismaa'eel Oomar…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murteewwan addaddaa dabarse Obse Wakgari Jan 24, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga'ii idilee 78ffaa gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse. Manni marichaa wixinee Mana Maree Waliigalaa Dhimma…
Oduu biyya keessaa Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa kaayyoo hundeeffameef dhaabbachuu qaba jedhame Wabi Fufa Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa kaayyoo hundeeffamee fi itti gaafatamumma irra kaa’ame qixaan ba’achuu akka qabu ibsame. Manni Maree Bakka…
Oduu biyya keessaa Wixineen labsii hariiroo mootummootaa irra deebiin akka ilaallamu gaafatame Obse Wakgari Jan 23, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Wixineen labsii hariiroo mootummootaa irra deebiin akka ilaallamu koreen dhaabbii dhimmoota seeraa, haqaa fi demokraasii Mana Maree Bakka Bu'oota…