Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Waliigalteewwan Afur raggaasise Yonatan Birhanu May 13, 2025 0 Finfinnee Caamsaa 5, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'ii idilee 29 ffaa bara hojii 4ffaa har'a gaggeesseen labsiiwwan waliigaltee Afur raggaasiseera. Manni…
Oduu biyya keessaa Qormaatiilee Invastimantii alaa mudataa turan furuun haalli mijataan Uumameera-Pireezidaanti Taayyee Ayana Dheressa May 12, 2025 0 FinfinneeCaamsaa 4, 2017 (FMC)- Qormaatiilee invastimantii alaa mudataa turan furuun damichaaf haalonni mijataan uumamaniiru jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Oduu biyya keessaa Ajajni Lixaa tokkummaa biyya kabachisuuf wareegama guddaa kaffaleera-Fiild Maarshaal Birhaanuu… Tsehay Guluma May 11, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)- Ajajni Lixaa dirrewwan waraana garaagaraatti injifannoon kan beekamu walabummaa fi tokkummaa biyya kabachisuuf wareegama guddaa kaffalaa turuu Itaamaajoor…
Oduu biyya keessaa Ajajni Lixaa biyyaaf Gaachana ta’ee, diinaaf ammoo Sodaa ta’eera -Obbo Shimallis Abdiisaa Tsehay Guluma May 11, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)- Ajajni Lixaa biyyaattii eeguuf wareegama gudda kaffaluun biyyaaf gaachana ta’ee, diinaaf ammo sodaa ta’uun seenaa hojjeteera jedhan Pireezidaantiin Mootumma…
Oduu biyya keessaa Guyyaan hundeeffama Ajaja Lixaa Waggaa 47ffaan Magaalaa Naqamteetti kabajamaa Jira Tsehay Guluma May 11, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC)_Raayyaa Ittisa biyyaatti guyyaan hundeeffama Ajaja Lixaa Waggaa 47ffaan Magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti kabajamaa Jira. Guyyichi mata Duree…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni riifoormii warshaa sukkaaraa Wanjii warshaalee biroorraa ni eegama- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017(FMC)- Milkaa’inni riifoormii warshaa sukkaaraa Wanjii warshaalee biroorraa ni eegama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Bu’aa akkaataa…
Oduu biyya keessaa Pirezidaanti Taayyeen Waldaa Fannoo Diimaa Itiyoophiyaa galateeffatan Yonatan Birhanu May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30,2017 (FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsqasilaaseen Waldaa Fannoo Diimaa Itiyoophiyaa galateeffataniiru. Guyyaan Fannoo Diimaa fi Baatii Diimaa “Namooma haa jabeessinu’’…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob tajaajila si’ataa dhaabbiidhaan kennuuf dandeessisa -Ogeeyyii… Tsehay Guluma May 7, 2025 0 Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC)- Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hawaasaaf tajaajila si’ataa dhaabbiidhaan kennuuf kan dandeessisu ta’uu ogeeyyiin miidiyaa ibsan. Teknooloojii…
Oduu biyya keessaa Sosochiin “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu” dandeettii indaastirii guddisuun egereef bu’uura kan… Ayana Dheressa May 6, 2025 0 Finfinnee, Ebla 28, 2017(FMC)-Sosochiin “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu” dandeettii indaastirii guddisuun egereef bu’uura kan kaa’udha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Oduu biyya keessaa Hariiroon seenaa fi michummaan Itiyoophiyaa fi Israa’eel baroota lakkoofsise har’as itti… Sifen Megersa May 5, 2025 0 Finfinnee, Ebla 27, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Israa'eel waliin mari'ataniiru. Hariiroo biyyoota lamaanii ilaalchisee marii bu'aa qabeessa…