Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Piroojektoota garaagaraa eebbisan Tsehay Guluma Aug 1, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen piroojektoota adda addaa eebbisuun tajaajilaaf bananiiru. Piroojektoota kanneen akka Giddugala…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad gaara Ekkaarratti biqiltuu dhaaban Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaara Ekkaarratti biqiltuu dhaaban. Galma guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu milkeessuuf…
Oduu biyya keessaa Waggoottan darban Ashaaraa magariisaan hojiilee hojjetamaniin bu’aan argame -Pireezidaanti Shimallis… Tsehay Guluma Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24,2017 (FMC) – Waggoottan darban Ashaaraa magariisaan hojiilee hojjetamaniin bu’aan argameera jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis …
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa Bashaashaa Waajjira Giiftii Dureen ijaarame… Sifen Megersa Jul 30, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana barumsaa Sadarkaa 2ffaa Bashaashaa Waajjira Giiftii Dureen…
Oduu biyya keessaa Harki xiiqiif diriire Gaaddisa dhalootaaf ijaaraa jira – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Jul 30, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan duula boru guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu ilaalchisee ergaa…
Oduu biyya keessaa Boru waloon taanee seenaa haa hojjennu -Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jul 30, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 23, 2017 (FMC) – Boru waloon taanee seenaa haa hojjennu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Itiyoophiyaan torbee kana boruu ishee qormaataaaf hin…
Oduu biyya keessaa Waamicha Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaa Sifen Megersa Jul 29, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaaf haa hiriirru jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Waamicha Biyyaalessaa dhiyeesse. Sagantaa Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan tarsiimoo haaromsa sirna nyaataa waliigalaa eegaltee jirti – Dooktar Abiy Ahimad Yonatan Birhanu Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017(FMC) - Yaa’ii jalqabaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii A.L.A bara 2021 geggeeffamee asi Itiyoophiyaan tarsiimoo haaromsa Sirna Nyaataa waliigalaa…
Idil Addunyaa Kaayyoon keenya hirkatummaa fi eeggatummaa itti fufsiisuu osoo hin taane Afrikaan akka of dandeessu… Tsehay Guluma Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Kaayyoon keenya hirkaatummaa fi eeggatummaa itti fufsiisuu osoo hin taane Afrikaan akka of dandeessu taasisuudha jedhan Ministirri Muummee Xaaliyaanii…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf hojiileen sirna ce’umsa nyaataa giddugaleeffatan raawwanneerra –… Sifen Megersa Jul 28, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf tarsiimoo fi imaammata ifaa ta’e bocuun hojiilee ce’umsa sirna nyaataa giddugaleeffatan raawwanneerra jedhan…