Oduu biyya keessaa Ergaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabarsan. Tsehay Guluma Apr 8, 2025 0 Baatii tokkoof akkaataa Heera Mootummaa, waliigaltee Piriitooriyaa fi gorsa hawaasa Dippiloomaasii itti dabaluun marii bal’aan gaggeeffamaa tureera. Akkaataa seeraan yeroon aangoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’ataniiru. Dhimmoota ijoo…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hidhattoota waamicha nagaa hin fudhanneerratti tarkaanfiin fudhatamaa jira – BKO Sifen Megersa Apr 8, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hidhattoota waamicha nagaa hin fudhanneerratti tarkaanfii fudhatamaa jiruun nageenyi waara’aa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gahee obbo Geetaachoo Raddaan bahataniif galateeffatan Ayana Dheressa Apr 7, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gahee obbo Geetaachoo Raddaan waggoottan lamaan darban Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan deeggarsa ummata Sudaan kibbaaf taasistu cimsitee itti fufti-Dooktar Abiy Tsehay Guluma Apr 7, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii itti aanaa Sudaan Kibbaa Beenjaamiin Bool Meel waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Injifannoo uummanni Oromoo aarsaa itti kaffaluun argate diinagdeen itichuun murteessadha- Obbo… Tsehay Guluma Apr 7, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Injifannoo uummanni Oromoo aarsaa itti kaffaluun argate diinagdeen itichuun murteessaadha jedhan Pireezidantii itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Tiraakteroonni kumni 1 fi 402 Qonnaan Bultootaa fi Waldaalee IMX’f dabarfaman Sifen Megersa Apr 7, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 29, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Tiraakterota kuma 1fi 402 qonnaan bultootaafi Waldaalee IMX’f dabarseera. Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’insi sadarkaa gandaa rakkoolee nageenyaa furuun komii hawaasaa salphise – Obbo… Sifen Megersa Apr 6, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2017(FMC) - Gurmaa'insi sadarkaa gandaa rakkoolee nageenyaa furuun komii hawaasaa salphisuu Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin Itiyoophiyaan eegalte milkaa’inaan hojiirra oolaa jira- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Apr 4, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Riifoormiin dameewwan garagaraa Itiyoophiyaan eegalte milkaa’inaan hojiirra oolaa jiraachuu Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Oduu biyya keessaa Buufataalee Boba’aa Magaalaa Finfinneetti hiriirri konkolaattootaa maaliif baay’ate? Tsehay Guluma Apr 3, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2017 (FMC)- Faanaa Dijiitaal galgala kana magaalaa Finfinnee buufataalee Boba’aa garaagaraatti daawwannaa taasiseen,hiriirri dhedheeraa konkolaatoota boba’aa…