Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Iid Alfaxir…
Reediyoo Pireezidaanti Shimallis ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Mar 29, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC)_Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Iid Alfaxiir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun hordoftoota Amantaa Muslimaa…
Oduu biyya keessaa Godinni Arsii Lixaa godina poteenshaala misoomaafi carraalee hedduu qabuudha – Pireezidaanti… Sifen Megersa Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017(FMC) – Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Godinni Arsii Lixaa godina poteenshaala misoomaafi carraalee hedduu qabu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Uummatni Oromoo obbolaa isaa uummata Sidaamaa waliin michooma jabaa qaba – Pireezidaanti Shimallis Tsehay Guluma Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Ayidee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Galmoota Badhaadhina waloo milkeessuun hojiilee hojjetamaniin bu’aawwan abdachiisaan argaman… Tsehay Guluma Mar 27, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti inisheetiivii misooma qamadii jallisii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Baangilaadiish yeroo hojii isaanii xumuran… Sifen Megersa Mar 26, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Baangilaadiish yeroo hojii isaanii kan xumuran Siikdar Boodiiruuzmaan…
Uncategorized Dhaloota barnootafi teeknoolojiin dorgomaa ta’e qabachuun milkaa’ina egeree badhaadhina… Sifen Megersa Mar 26, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 ( FMC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Naannoo Sidaamaatti Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu eebbisiisan.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Naannoo Sidaamaatti Mana Barumsaa Ifa Boruu eebbisiisan Ayana Dheressa Mar 26, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 ( FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Naannoo Sidaamaatti Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu eebbisiisan. Manni…
Oduu biyya keessaa Korichi haala qabatamaa diinagdee biyya keessaa fi idil addunyaa gamaaggame Tsehay Guluma Mar 25, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) –Koreen Imaammata Maallaqaa Baankii Biyyaalessaa haala qabatamaa diinagdee biyya keessaa fi idil addunyaa gamaaggameera. Haaluma kanaan daballii…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’insa caasaa gandaan hawaasni tajaajila saffisaa fi haqa qabeessa argachaa jira- Obbo… Tsehay Guluma Mar 24, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) –Gurmaa'insa caasaa gandaa mootummaan hojiirra oolcheen hawaasni tajaajila saffisaa fi haqa qabeessa argachaa jiraachuu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii…