Oduu biyya keessaa Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee Tsehay Guluma Apr 23, 2025 0 Yaada karoorsine gara qabatama guddummaatti fidaa itti fufnee jirra! Qaama misooma koriidarii fi deebisanii misoomsuu Kaazaanchis kaleessa eebbifamee kan ta'e Addabaabaayii…
Oduu biyya keessaa Daawwannaa Veetnaam irraa muuxannoo hedduun argame – Billanee Siyyum Sifen Megersa Apr 21, 2025 0 Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC) – Daawwannaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Veetnaamitti taasisaniirraa muuxannoo hedduun argamuu Waajjira Ministira Muummeetti Itti gaafatamtuun…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Kaafamtoota misoomaa Kaazaanchiis, Galaan Guuraa jiran waliin Ayyaana dabarsan Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla 12, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaafamtoota misoomaa Kaazaanchiis, Galaan Guuraa jiran waliin Ayyaana Sooma Hiikaa dabarsaniiru. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadiifi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon namoota harka qalleeyyiif maaddii qoodan Ayana Dheressa Apr 20, 2025 0 Finfinnee, Ebla 12, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiifi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyiif maaddii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Du’aa Ka’uun Iyyesuus Kiristoos ayyaana wareegamaa, cichoominaa fi abdiiti – Dooktar… Sifen Megersa Apr 19, 2025 0 Finfinnee, Ebla 11, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa hundi…
Oduu biyya keessaa Turtiin Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Veetnaamitti taasisan tumsa waloo kan… Sifen Megersa Apr 18, 2025 0 Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggaasaa Tulluun turtii Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Veetnaamitti taasisan ilaalchisee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy hojjettoota Waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa qabaniif maaddii qoodan Sifen Megersa Apr 18, 2025 0 Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun hojjettoota Waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa qabaniif maaddii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Mootummoota Gamtoomaniitti Daayrektara Olaanaa Waajjira… Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Mootummoota Gamtoomaniitti Daayrektara Olaanaa Waajjira Tajaajila Piroojektii Joorj Moorii’eeraa Daa Siilvaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Yaa’ii 5ffaa P4G bara 2027 qopheessuutti kabajatu itti dhaga’ama –Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii 5ffaa P4G bara 2027 qopheessuutti kabajatu itti dhaga'ama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Yaa'iin Hanooy…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa labsiiwwan garaagaraa raggaasise Ayana Dheressa Apr 17, 2025 0 Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walga’ii idilee 25ffaa bara hojii 4ffaa gaggeesseen labsiiwwan garaagaraa raggaasiseera. Manni marichaa wixinee labsii…