Irreecha sirna qulqullaa’aa gammachuu, jaalalaa fi araaraa
Finfinnee, Fulbaana 22, 2019(FMC) - Dudhaalee sirna Gadaa tokko kan ta'ee fi mallttoo uummata Oromoo ta'ee kan fudhatamu irreechi ayyaanota dirree biyyattiitti kabajaman keessaa tokko.…