Guyyaan Turizimii boruu eegalee magaalaa Asoosaatti ni kabajama
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) - Guyyaan Turizimii Addunyaa sadarkaa biyyaalessaatti boruu eegalee magaalaa Asoosaatti ni kabajama.
Guyyichi yeroo 35ffaaf kan kabajamu yoo ta'uu, mata…