Irreechi bakka Uumaaf galata itti galchan malee bakka ajandaa siyaasaa itti gaggeessan miti-Biiroo…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Irreechi bakka Uumaaf galata itti galchan malee bakka ajandaa siyaasaa itti gaggeessan miti jechuun Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa ibse.
Ayyaanni…