Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 30 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa turan kumni 1 fi 30 gara deebi'aniiru.
Deebitoota keessaa 4 daa'immaan ta'uu ibsameera.…