Oduu biyya keessaa Godina Matakkalitti meeshaaleen waraanaa booji’aman Debela Tadesse Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Godina Matakkal Aanaa Daanguraatti oppireeshinii gaggeeffameen humnoota diinaa barbadessuun meeshaaleen waraanaa booji’amaniiru. Ittigaaftamaan…
Biiznasii Birrii biiliyoona 50.4 biyyi dhabuuf turte baraarameera-Koomishinicha Debela Tadesse Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Bara 2014 Birrii Biiliyoonaa 50.4 biyyi dhabuuf turte baraaruun danda’amuu Komishiniin Gumurukaa beeksise. Komishinichi gamaaggama raawwii karoora bara…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti qisaasama Bishaanii hir’isuuf Piroojektiin Birrii miiliyoona 696 ifoome Sifen Megersa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qisaasama Bishaanii hir’isuuf Piroojektiin Birrii Miiliyoona 696 ifoomeera. Piroojektiin kun Piroojektii Qisaasama…
Idil Addunyaa Ameerikaafi Kooriyaan Kibbaa shaakala loltummaa waloo eegalan Ayana Dheressa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ameerikaafi Kooriyaan Kibbaa shaakala loltummaa waloo guddaa ta’e eegaluu gabaafame. Biyyoonni lameen shaakala loltummaa kana kan eegalan Kooriyaan…
Oduu biyya keessaa Gaambeellatti balaa lolaa muudateen abbootiin warraa kumni 4 ol buqqa’an Sifen Megersa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti balaa lolaa muudateen abbootiin warraa kumni 4 ol qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uu ibsame. Aanaalee naannichaa…
Fayyaa Tajaajilli wal’aansa bilisaa Hospitaala Zawudiituutti eegale Debela Tadesse Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Tajaajila lammummaan tajaajila wal’aansa bilisaa kennuuf mata duree “Gaarummaa fayyummaa keenyaaf” jedhuun Hospitaala Yaadannoo Zawudiituutti eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Shaday magaalaa Saqoxaatti kabajamuu eegale Ayana Dheressa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ayyaanni Shaday naannoo Amaaraa magaalaa Saqoxaatti haala ho’aan kabajamuu eegaleera. Ayyaanicharratti Ittaanaa Muummee Ministiraafi Ministira…
Ispoortii Tapha Maanchiisteer Yuunaayitiidii fi Liivar Puul har’aa Debela Tadesse Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Taphni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa Maanchiisteer Yunaayitidii fi Liivar Puul gidduutti har'a halkan sa'atii 4:00'tti taasifamu…
Idil Addunyaa Sudaan labsii yeroo ariifachiisaa labsite Sifen Megersa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Sudaan sababa balaa lolaan naannoo 6 keessatti labsii yeroo ariifachiisaa labsiteerti. Manni Maree Ministirootaa biyyattii walga’ii har’a…
Oduu biyya keessaa Ingiliz Ityoophiyaaf deeggarsa Paawundii miiliyoona 6 taasiste Ayana Dheressa Aug 22, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ingiliz Ityoophiyaaf deeggarsa namoomaa Paawundii miiliyoona 6 taasisuu ibsame. Deeggarsichi lammiilee sababa walitti bu’iinsaafi hongeen miidhamaniif …