Naannoon Oromiyaa fi Baankiin Daldalaa Shaampiyoonaa Umrii 17 gadii ta’an
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Naannoon Oromiyaa fi Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa shaampiyoonaa umrii 17 gadii naannoolee fi kilabootaa ta’aniiru.
Taphaa xumuraa naannolee gidduutti…