Biiznasii Warshaalee sukkaara 8 caalbaasiif dhiyaatan Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Invastaroonni damee oomisha sukkaarratti bobba’uu barbaadan fedhii isaanii dhiyeessuun akka hirmaatan Mootummaan Ityoophiyaa waamicha dhiyeesse.…
Biiznasii Dhaabbileen kaappitala miiliyoona 430 galmeessan 3 waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Dhaabbileen biyyaa keessaa Kaappitaala Birrii Miiliyoonaa 430 galmeessan paarkiiwwan indaastirii keessattii dameewwan garaagaraarratti bobba’uuf…
Ispoortii Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boruu eegale ni taphatamu Sifen Megersa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boru sa’aatii 8:30 eegalee ni taphatamu. Taphni torbee 3ffaa kun boru waaree booda…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf sablammootaa 17ffaan mata duree ‘tokkummaa sabdaneessaa nageenya waaraaf’ jedhuun… Sifen Megersa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Guyyaan Sabaaf sablammoota Ityoophiyaa 17ffaan mata duree ‘tokkummaa sabdaneessaa nageenya waaraaf’ jedhuun kan kabajamu ta’uu Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti galmeen barattootaa Hagayya 23/2014 eegala-BBO Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Galmeen barattoota manneen barnootaa naannoo Oromiyaa Hagayya 23/2014 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise. Hogganaan biirichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministeerotaa murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Manni Maree Ministeerotaa Walga’ii idilee 12ffaa har’a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarseera. Haaluma kanaan hariiroo omishtootaa fi omishistota…
Oduu biyya keessaa Rakkoo balallii Kaartuum- Finfinneerratti mudate qorachaan jira- Daandii qilleensichaa Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa rakkoo balallii xiyyaara imaltootaa Kaartuum-Finfinnee balali’aa turerratti mudate ilaalchisee qorannoo taasisaa jiraachuu…
Waajabila Faanaa Haadha Rifeensa dheeraa addunyaa kanaa-Ashaa Maandeelaa Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Ashaa Maandeelaan dheerinni rifeensa ishee meetira 33 yeroo ta’u galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmoofteetti. Hadhi rifeensa guduruu kun Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Kaadhimamtoonni xumuraa hoggansa Federeeshinii kubbaa Miilaa ifooman Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Koree raawwachiiftuu filannoon erga ilaallamee booda Kaadhimamtoonni xumuraa hoggansa Federeeshinii Kubbaa Miilaa fi Koreen Hojii raawwachiiftuu…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa marii biyyaalessaa gaggeessa jira Debela Tadesse Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Poolisiin Federaalaa koomishinarroota naannolee fi bulchiinsa magaalotaa kan hirmaachise marii biyyaalessa gaggeessaa jira. Marii kanarratti…